الإنشقاق
Al-Inshiqaaq
Translation: Oromo - Ghali Apapur Apaghuna · Open the surah
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
إِذَا ٱلسَّمَآءُ ٱنشَقَّتۡ
Open ayah 84:1Yeroo samiin dhodhoote
وَأَذِنَتۡ لِرَبِّهَا وَحُقَّتۡ
Open ayah 84:2(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi.
وَإِذَا ٱلۡأَرۡضُ مُدَّتۡ
Open ayah 84:3Yeroo dachiin diriirfamte,
وَأَلۡقَتۡ مَا فِيهَا وَتَخَلَّتۡ
Open ayah 84:4Waan ishee keessa jiru darbitee, duwwaa taate,
وَأَذِنَتۡ لِرَبِّهَا وَحُقَّتۡ
Open ayah 84:5(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi.
يَٰٓأَيُّهَا ٱلۡإِنسَٰنُ إِنَّكَ كَادِحٌ إِلَىٰ رَبِّكَ كَدۡحٗا فَمُلَٰقِيهِ
Open ayah 84:6Ati Yaa nama! Ati gara Rabbii keetii (dhaqqabuuf) hojiin laffa'aadha laffa'iinsa, isa qunnamaadhasi.
فَأَمَّا مَنۡ أُوتِيَ كِتَٰبَهُۥ بِيَمِينِهِۦ
Open ayah 84:7Namni kitaaba isaa mirga isaatiin kenname;
فَسَوۡفَ يُحَاسَبُ حِسَابٗا يَسِيرٗا
Open ayah 84:8Qormaata salphaa qoramuuf jira.
وَيَنقَلِبُ إِلَىٰٓ أَهۡلِهِۦ مَسۡرُورٗا
Open ayah 84:9Gammadaa gara maatii isaa deebi’a.
وَأَمَّا مَنۡ أُوتِيَ كِتَٰبَهُۥ وَرَآءَ ظَهۡرِهِۦ
Open ayah 84:10Namni kitaaba isaa dugdaisaa duubaan kenname immoo;
فَسَوۡفَ يَدۡعُواْ ثُبُورٗا
Open ayah 84:11Badii yaamuuf jira (Yaa badii tiyya jedhee).
وَيَصۡلَىٰ سَعِيرًا
Open ayah 84:12Ibidda boba’aa seena.
إِنَّهُۥ كَانَ فِيٓ أَهۡلِهِۦ مَسۡرُورًا
Open ayah 84:13Inni maatii isaa keessatti gammadaa ture.
إِنَّهُۥ ظَنَّ أَن لَّن يَحُورَ
Open ayah 84:14Inni (gama Rabbii) hindeebi’uu yaade.
بَلَىٰٓۚ إِنَّ رَبَّهُۥ كَانَ بِهِۦ بَصِيرٗا
Open ayah 84:15Lakki! (ni deebi’a) Gooftaan isaa isa argaadha.
فَلَآ أُقۡسِمُ بِٱلشَّفَقِ
Open ayah 84:16Miti! Diimina galgalaattin kakadha.
وَٱلَّيۡلِ وَمَا وَسَقَ
Open ayah 84:17Halkaniifi waan inni walitti qabeenis (nan kakadha).
وَٱلۡقَمَرِ إِذَا ٱتَّسَقَ
Open ayah 84:18Ji'attis yeroo inni guuteenin (kakadha).
لَتَرۡكَبُنَّ طَبَقًا عَن طَبَقٖ
Open ayah 84:19Isin sadarkaa tokko irraa gara sadarkaa biraatti ceetu.
فَمَا لَهُمۡ لَا يُؤۡمِنُونَ
Open ayah 84:20Maaltu isaaniif jiraayi hin amanne?
وَإِذَا قُرِئَ عَلَيۡهِمُ ٱلۡقُرۡءَانُ لَا يَسۡجُدُونَۤ۩
Open ayah 84:21Yeroo Qur'aanni isaan irratti qara'amu hinsujuudan.[1]
- as sujuuda qaraatii qur'aanaattu jira.
بَلِ ٱلَّذِينَ كَفَرُواْ يُكَذِّبُونَ
Open ayah 84:22Dhugumaatti, warri kafaran ni sobsiisu.
وَٱللَّهُ أَعۡلَمُ بِمَا يُوعُونَ
Open ayah 84:23Rabbiin beekaa waan isaan (onnee isaanii keessatti) walitti qabaniiti.
فَبَشِّرۡهُم بِعَذَابٍ أَلِيمٍ
Open ayah 84:24Adaba laalessaadhaan isaan gammachiisi.
إِلَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّٰلِحَٰتِ لَهُمۡ أَجۡرٌ غَيۡرُ مَمۡنُونِۭ
Open ayah 84:25Isaan amananii gaggaarii hojjatan malee isaaniif mindaa hin cinnetu jira.