الشرح
Ash-Sharh
Translation: Oromo - Ghali Apapur Apaghuna · Open the surah
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
أَلَمۡ نَشۡرَحۡ لَكَ صَدۡرَكَ
Open ayah 94:1Sila Nuti qoma kee siif hin bal'ifnee?
وَوَضَعۡنَا عَنكَ وِزۡرَكَ
Open ayah 94:2Ba’aa (badii) kee sirraa buufne.
ٱلَّذِيٓ أَنقَضَ ظَهۡرَكَ
Open ayah 94:3Isa dugda keetti ulfaate (sirraa buufne).
وَرَفَعۡنَا لَكَ ذِكۡرَكَ
Open ayah 94:4Maqaa keetis siif ol kaafne.
فَإِنَّ مَعَ ٱلۡعُسۡرِ يُسۡرًا
Open ayah 94:5Rakkinaa wajjin laafinatu jira.
إِنَّ مَعَ ٱلۡعُسۡرِ يُسۡرٗا
Open ayah 94:6Dhugumatti, rakkina wajjin laafinatu jira.
فَإِذَا فَرَغۡتَ فَٱنصَبۡ
Open ayah 94:7Yeroo (dalagaa wahii) raawwatte xaari (ta biraa ittifufi).
وَإِلَىٰ رَبِّكَ فَٱرۡغَب
Open ayah 94:8Gara Gooftaa keetii qofa kajeeli.