الهمزة
Al-Humaza
Translation: Oromo - Ghali Apapur Apaghuna · Open the surah
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
وَيۡلٞ لِّكُلِّ هُمَزَةٖ لُّمَزَةٍ
Open ayah 104:1Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e.
ٱلَّذِي جَمَعَ مَالٗا وَعَدَّدَهُۥ
Open ayah 104:2Isa qabeenya walitti qabee lakkaa'e.
يَحۡسَبُ أَنَّ مَالَهُۥٓ أَخۡلَدَهُۥ
Open ayah 104:3Qabeenyi isaa isa hambisaa yaada.
كَلَّاۖ لَيُنۢبَذَنَّ فِي ٱلۡحُطَمَةِ
Open ayah 104:4Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira.
وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡحُطَمَةُ
Open ayah 104:5Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise?
نَارُ ٱللَّهِ ٱلۡمُوقَدَةُ
Open ayah 104:6(Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha.
ٱلَّتِي تَطَّلِعُ عَلَى ٱلۡأَفۡـِٔدَةِ
Open ayah 104:7Ishee onneewwan irratti (laalaan ishee) mul’attuudha.
إِنَّهَا عَلَيۡهِم مُّؤۡصَدَةٞ
Open ayah 104:8Dhugumatti, isheen isaan irratti cufamtuudha.
فِي عَمَدٖ مُّمَدَّدَةِۭ
Open ayah 104:9Utubaalee diriirfamaa keessatti (itti cufama).