القارعة
Al-Qaari'a
Translation: Oromo - Ghali Apapur Apaghuna · Open the surah
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
ٱلۡقَارِعَةُ
Open ayah 101:1Qalbii rukuttuun (Qiyaamaan).
مَا ٱلۡقَارِعَةُ
Open ayah 101:2Qalbii rukuttuun maali?
وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡقَارِعَةُ
Open ayah 101:3Qalbii rukuttuun maal akka taate maaltu si beeksise?
يَوۡمَ يَكُونُ ٱلنَّاسُ كَٱلۡفَرَاشِ ٱلۡمَبۡثُوثِ
Open ayah 101:4Guyyaa namni akka billaacha faffacaafamee ta’u.
وَتَكُونُ ٱلۡجِبَالُ كَٱلۡعِهۡنِ ٱلۡمَنفُوشِ
Open ayah 101:5(Guyyaa) gaarreen akka jirbii iddamee (qaasasame) ta'u.
فَأَمَّا مَن ثَقُلَتۡ مَوَٰزِينُهُۥ
Open ayah 101:6Namni madaalli (hojii) isaa ulfaatte,
فَهُوَ فِي عِيشَةٖ رَّاضِيَةٖ
Open ayah 101:7Inni jireenya jaalatamtuu keessa ta'a.
وَأَمَّا مَنۡ خَفَّتۡ مَوَٰزِينُهُۥ
Open ayah 101:8Namni madaalli (hojii) isaa salphatte immoo,
فَأُمُّهُۥ هَاوِيَةٞ
Open ayah 101:9Qubannoonni isaa “Haawiyaa”dha.
وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا هِيَهۡ
Open ayah 101:10Isheen (Haawiyaan) maal akka taate maaltu si beeksise?
نَارٌ حَامِيَةُۢ
Open ayah 101:11(Isheen) ibidda gubduudha.