الفاتحة

Al-Faatiha

The Opening · Surah 1 · Ayahs: 7 · Meccan

Translation: Oromo - Ghali Apapur Apaghuna · Open the surah

  1. بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

    Open ayah 1:1

    Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Taheetiin.[1]

    1. suuraan faatihaa tuni irra caaltuu suuraalee qur'aanaati. Nabiyyiin S.A.W. Abii sa'iidiin akkana jedhe "irra caaltuu suuraalee qur'aanaa sibeeysisa, isiin -Alhamdu lillaahi Rabbil aalamiin- jedheen. isiin torban deddeebituu taate, qur'aana guddaa ani isa kennames" jedheen.[bukhaariitu odeesse].
  2. ٱلۡحَمۡدُ لِلَّهِ رَبِّ ٱلۡعَٰلَمِينَ

    Open ayah 1:2

    Faaruun hundi tan Rabbii Gooftaa aalamaati.

  3. ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

    Open ayah 1:3

    Akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa.

  4. مَٰلِكِ يَوۡمِ ٱلدِّينِ

    Open ayah 1:4

    Abbaa (mootii) guyyaa murtii.

  5. إِيَّاكَ نَعۡبُدُ وَإِيَّاكَ نَسۡتَعِينُ

    Open ayah 1:5

    Si qofa gabbarra; Si qofatti gargaarsifannas.

  6. ٱهۡدِنَا ٱلصِّرَٰطَ ٱلۡمُسۡتَقِيمَ

    Open ayah 1:6

    Daandii sirraawaatti nu qajeelchi.

  7. صِرَٰطَ ٱلَّذِينَ أَنۡعَمۡتَ عَلَيۡهِمۡ غَيۡرِ ٱلۡمَغۡضُوبِ عَلَيۡهِمۡ وَلَا ٱلضَّآلِّينَ

    Open ayah 1:7

    Karaa warra isaan irratti tola ooltee; kan warra irratti dallanamee kanhintahin, kan jallattootaa (kan hintahin) (nu qajeelchi)[1][2]

    1. suuraan faatihaa tuni irra caaltuu suuraalee qur'aanaati. Nabiyyiin S.A.W. Abii sa'iidiin akkana jedhe "irra caaltuu suuraalee qur'aanaa sibeeysisa, isiin -Alhamdu lillaahi Rabbil aalamiin- jedheen. isiin torban deddeebituu taate, qur'aana guddaa ani isa kennames" jedheen.[bukhaariitu odeesse].
    2. Aamiin jechuun salaata keessatti barbaachisaadha. bakka tanatti yogguu faatihaa fixan. namni duubaan salaatulleen sagalee olfuudhee bakka takaa jedha. garuu jechi Aamiin jedhu kuni faatiharraayii miti, inumaa qur'aanarraayii miti.