الإخلاص
Al-Ikhlaas
Translation: Oromo - Ghali Apapur Apaghuna · Open the surah
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
قُلۡ هُوَ ٱللَّهُ أَحَدٌ
Open ayah 112:1Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha.[1]
- sadarkaa suuraa tanaa keessatti hadiisa abiisaiid alkhudrii kan bukaariin odeesse keessatti Nabiin s.a.w. "Rabbii lubbuun tiyya harka isaa keessa jirtuun kakadhee isiin 1/3 tokko sadaffaa qur'aanaatti qixxaatti" jedhe.
ٱللَّهُ ٱلصَّمَدُ
Open ayah 112:2Allaahn hirkoo waa hundaati.
لَمۡ يَلِدۡ وَلَمۡ يُولَدۡ
Open ayah 112:3Hin dhalle hin dhalannes.
وَلَمۡ يَكُن لَّهُۥ كُفُوًا أَحَدُۢ
Open ayah 112:4Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane.”