الناس
An-Naas
Translation: Oromo - Ghali Apapur Apaghuna · Open the surah
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلنَّاسِ
Open ayah 114:1Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha.
مَلِكِ ٱلنَّاسِ
Open ayah 114:2Mootii namaatti,
إِلَٰهِ ٱلنَّاسِ
Open ayah 114:3Gabbaramaa namaatti,
مِن شَرِّ ٱلۡوَسۡوَاسِ ٱلۡخَنَّاسِ
Open ayah 114:4Hamtuu hasaassii (sheyxaana) dhokatuufi mul’atuu irraa,
ٱلَّذِي يُوَسۡوِسُ فِي صُدُورِ ٱلنَّاسِ
Open ayah 114:5Isa qomoota namaa keessa waswaasu irraa,
مِنَ ٱلۡجِنَّةِ وَٱلنَّاسِ
Open ayah 114:6Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).”