الماعون
Al-Maa'un
Translation: Oromo - Ghali Apapur Apaghuna · Open the surah
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
أَرَءَيۡتَ ٱلَّذِي يُكَذِّبُ بِٱلدِّينِ
Open ayah 107:1Isa qormaata sobsiisu argitee?
فَذَٰلِكَ ٱلَّذِي يَدُعُّ ٱلۡيَتِيمَ
Open ayah 107:2Sun isa yatiima humnaan deebisu.
وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ ٱلۡمِسۡكِينِ
Open ayah 107:3Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaasu.
فَوَيۡلٞ لِّلۡمُصَلِّينَ
Open ayah 107:4Warra salaataniif badiin mirkanaa’e.
ٱلَّذِينَ هُمۡ عَن صَلَاتِهِمۡ سَاهُونَ
Open ayah 107:5Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatoo tahan.
ٱلَّذِينَ هُمۡ يُرَآءُونَ
Open ayah 107:6Isaan warra (dalagaa namatti) agarsiifatan.
وَيَمۡنَعُونَ ٱلۡمَاعُونَ
Open ayah 107:7Isaan meeshaa ergisaa dhorgataniif (badiin mirkanaa’e).